Sagantaa Muhaadaraa guddaa kana ulamaa’onni fi keessummoonni iddoo gara garaa irraa dhufan qooda fudhatanii jiru. Kaayyoon sagantaa kanaa ijaarsa masjiidaatiif galii walitti qabuu yoo tahu, hawaasni muslimaa sagantaa kana irratti argame deeggarsa maallaqaa, manneen jireenyaa ofii dabarsanii kennuu, lafa masjiidaaf kennuu dabalatee gumaacha guddaa kan godhe tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
Ulamaa’ota fi Ustaazoota Sagantaa kana irratti argaman jidduu:
Dr Jeylaan Khadiir
Related Posts
Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa
Ustaaz Haydar Khadiir fi
Munshid Abdurrahman Huseen keessatti argaman.