header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Muslimoota magaalaa Burraayyuu irraa hidhaman keessaa 2 hiikaman

Muslimoonni 10 sababaa masjiida magaalaa Burraayyuutti diigamee ture waliin walqabatee kan hidhaman yoo tahu, guyyaa hardhaa mana murtii sadarkaa tokkoffaa magaalaa Burrayuutti dhiyaatanii jiru. Himannaa Abbaan Alangaa isaan irratti dhiheessee tureef, Manni Murtii ragaa ittisaa himatamtoonni dhiheeffatan eega dhageeyfatee booda, himatamtoota 10 jidduu lama akka lakkifaman murteessuu odeeffannoon argame ni addeessa.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button