Kaayyoon Sagantaa Muhaadaraa kanaa ijaarsa masjiidaatiif galii walitti qabuu yoo tahu, abbootiin qabeenyaa fi hawaasni muslimaa magaalattii lakkoofsaan heddu tahe saganticha irratti argamuun gumaacha kan godhan tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
Related Posts
Sagantaa kana irratti ulamaa’onni naannawa sanii fi keessummoonni argamuun kan qooda fudhatan tahuus beekameera.