header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Waraanni Israa’el qilleensaa fi galaana irraa Gazzaa rukutaa jira.

Israa’el haleellaa kana kan jalqabde ganama har’aa Rokkeetiin  gara Israa’el dhukaafame jedhame, mana jireenyaa tokko rukutuun namoonni torba madaayuu eega gabaafamee booda.

 

Ministeerri fayyaa Falasxiin akka jedhutti, Israa’el Gazzaa irratti duula bal’aa banuu malti soda jedhuun, jiraattonni naannawa waajjiraalee mootummaa fi buufataalee poolisii keessaa baqatanii jiru. Dabalataanis buufataaleen fayyaa hundi gargaarsa kennuudhaaf qophaayuu beeksise. Haata’u malee hanga ammaatti midhaa dhaqqabe ilaalchisee wanti beekame hin jiru.

3 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button