Sagantaa Da’waa guddaa Istaadiyoomii magaalaa Asallaatti geggeeffama jiru kana irratti Ulama’oonni fi keessummoonni akkasumas hawaasni muslimaa argamuun qooda fudhataa jira.
Ulamaa’ota fi Keessummoota argaman jidduu:
Dr Abdallaah Khadiir Turkiyaa irraa
Dr Jeylaan Khadiir
Dr Kamaal Galatuu
Related Posts
Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa
Ustaaz Kaamil Shamsuu
Ustaaz Ahmaddiin Jabal
Ustaaz Muhammad Faraj fi keessummoonni birootis ni jiru.