header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa miidiyaaf ibsa kenne

Koreen kun ibsa guyyaa hardhaa gaazexeessotaa kenne irratti, hojii haga hardhaa hojjataa ture xumuruun ebla 23/2011 Hoteela Sharaatanitti konfiransiin walii galaa kan geggeefamu tahuu beeksise. Konfiransii kana irratti Ulamaa’otaa fi hayyoota kutaa biyyatti gara garaa irraa dhufan 300 waliin iddoo muummichi ministeera Dr Abiy Ahmad argametti, marii geggeessuuf qophiin kan xumurame tahuu ibsame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button