header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

“‹”‹”‹”‹Sagantaan Eebba TV Nuuralhudaa godina Arsii Magaalaa Roobeetti geggeeffame

Sagantaan eebba TV Nuuralhudaa hawaasa muslimaa godina Arsii magaalaa Roobeetiin qophaa’e, guyyaa hardhaa bifa ho’aa ta’een masjiida Toofiiqitti geggeeffame. Sagantaa kana irratti Ulamaa’onni naannawa sanii, keessummoonni iddoo biroo irraa affeeramanii fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan guddaa ta’e argamee jira.
Ulamaa’onni fi Keeysummoonni sagantaa kana irratti hirmaatanis hawaasni Muslimaa miidiyaa isaa kana qabeenya fi beekumsa qabuun akka bira dhaabbatu dhaamsa dbarsan.
Keeysummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu:
Sheikh Abdallaah Idriis
Sheikh Mas’uud Nuuraa
Sheikh Abdulnaasir Abdii
Sheikh Abdulmannaan Abdallaah
Sheikh Xaahir Galatoo h
Ustaaz Ibsaa Hasan
fi keessummoonni birootis jiraatuu beekameera.

 

5 Comments

  1. Asalamuhaleyikum waramatulay wabarakatu Tesson Go.walagga Lixa Magaala Gimbi irratti ;akkam jirtu qophesitoota qophii televijin Nuuralhuda fi hordoftoota saganta kana hunda dura nagan koo Kan rabbi isiin irraatti ha jiratu jabadha yoo rabbii jedhe isiinif waalin jirra te Levinson kun Kan ummata saba Addunya kana fi yadachifitu galma booritti jajjabadha nutis afaan fi waan dandenyu hundan isiin waalin jirra.

  2. Asalamuhaleyikum waramatulay wabarakatu Tesson Go.walagga Lixa Magaala Gimbi irratti ;akkam jirtu qophesitoota qophii television Nuuralhuda fi hordoftoota saganta kana dura dursa nagan koo Kan rabbi isiin irraatti ha jiratu jabadha yoo rabbii jedhe isiinif waalin jirra te Levinson kun Kan ummata Saba Addunya kana fi yadachifitu galma booritti jajjabadha nutis afaan fi waan dandenyu hundan isiin waalin jirra.

  3. Asalamuhaleyikum waramatulay wabarakatu Tesson Go.walagga Lixa Magaala Gimbi irratti ;akkam jirtu qophesitoota qophii television Nuuralhuda fi hordoftoota saganta kana dura dursa nagan koo Kan rabbi isiin irraa haa jiratu jabadha yoo rabbin jedhe isiin waalin jirra te Levinson kun kan ummata Saba Addunya kana fi yadachifitu galma booritti jajjabadha nutis afaan fi waan dandenyu hundan isiin waalin jirra.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button