OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Barattoonni Muslimaa Inistitiyuutii Teknoloojii Jimmaa lagannaa nyaataa irratti argamu

Barattoonni muslimaa Yunivarsiitii Jimmaa iddoon nyaataa akka isaanii mijaahuuf yeroo dheeraaf bulchiinsa Yunivirstichaa kan gaafataa turan yoo tahu, hoggantoonni dhimmichi ilaallatau gaaffii barattootaa kana sirrii tahuu amanuun yeroo muraasa keessatti kan sirreessan tahuu ibsaa turan.

Haata’u malee qondaaltonni Yunivarsitichaa jibbiinsa muslimootaa qaban tokko tokko dhimmi kun deebisaa sirrii tahe akka hin arganne dhiibbaa godhaa jiran hordofuun, barattoonni muslimaa lagannaa nyaataa kan jalqaban tahuu odeeyfannoon arganne ni mul’isa.

Comment

Related Articles

Back to top button