header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Hawaasni Muslimaa Biyya Keenyaa Magaalaa Naayiroobii jiraatu milkaa’ina qabsoo hawaasa muslimaa biyya keessatti argame sababeeffachuun sagantaa galateeffanna geggeesse

Sagantaan kun sab qunnamtii  Oromo Muslim Media jedhamuun kan qophaa’e yoo ta’u, gaaffiin mirgaa hawaasni muslimaa waggaa dheeraaf gaafataa ture deebisaa argachuu isaatiif gammachuu ibsatuuf, akkasumas qaamota gaaffiin hawaasa muslimaa kun deebisaa akka argatu deeggarsa kennan hunda galateefachuuf tahuu beekameera.

 

Sagantaa kana irratti Ulamaa’onni gurguddoon , Ustaazonni fi hawaasni muslima biyya keenyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraatu irratti argamuun qooda fudhatee jira.

 

Ulamaa’otaa fi keeysummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu:

Sheikh Ahmad Najjaash

Sheikh Alii Jimmaa

Sheikh Tamaam Qaasim

Sheikh Muhiddiin Ahmad

Dr Muhammad Sa’id Loloo

Sheikh Abdurrahmaan Shariif fi kanneen birootis ni jiru.

10 Comments

  1. السلام عليكم ورحمه الله وبركاته ما شاء الله تبارك الله جزاكم الله خيرا

  2. As wr wb Duran dursee alhamdulillaah Kan rabbi baatii kanan nu gahe Honda muslimaatiin jedha. gama biraatiin jabaadha itti fufaa rabbiin isin Bira haa jiraatu rabbiif jecha Isin jaaladha

  3. sagaltaa nural hudaa bayee tokon isin jaladhaa nuf jiradhaa baga wogaa gesanii asalamualeyikum wobarakatuhuuu wobarakatuhuuu says:

    alahmdulilaaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button