header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaKoroonaaOdeeyfannoo

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Weerarri COVID-19 Afrikaatti Saffisaan babal’ataa jiraatuu beeksise

Damee Afrikaatti dareekterri dhaabbatichaa Dr. Maatshiidisoo Mo’eetii, gabaasa Waajira muummee WHO magaalaa Jenevaatti argamutti dhiheesse irratti, lakkoofsi namoota dhibee kanaan qabamanii 200,000 dabruu fi namoonni 5,000 ol du’uu ibse.

Itti dabaluunis “dhukkubni kun magaaloota gurguddoo irraa gara Kutaalee biyyoota ardiichaatti saffisaan babalataa jira”jedhe.

Dhaabbatichi guyyoota 98 keessatti lakkoofsi namoota dhibee kanaan qabamanii 100,000 qofa ture, ammatti garuu guyyoota 18 keessatti 200,000 dabru beeksise.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button