header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hawaasni Muslimaa Magaalaa Baddeeysaa Miidiyaa Nuuralhudaatiif deeggarsa barbaachisu hunda godhuuf qophii tahuu ibse

Godina Harargee lixaa aanaa Odaa Bultum magaalaa Baddeeysaa masjiida guddicha Towfiiqiitti kaleessa galgala Sagantaan Muhaadaraa fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa geggeeffame.  Sagantaa kana irratti daayrektara olaanaa TV Nuuralhudaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen dabalatee keessummoonni iddoo biraa irraa dhufan, akkasumas ulamaa’onnii fi hawaasni Muslimaa Magaalaa Baddeeysaa lakkofsaan heddu ta’e argamee jira.

 

Hawaasni muslimaa magaalaa Baddeeysaa keessummoota sagantaa kana irratti hirmaatan haala gaariin simachuun, deeggarsa miidiyaa kanaaf barbaachisu kamiyyuu godhuuf waadaa galanii jiru.

6 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button