AfrikaaAwrooppaaAwustraaliyaaEeshiyaaKaanaadaaOdeeyfannooOdeeyfannoo BiyyaaUSA
Suurawwan Iid alfixrii bara 1440 (2019) Biyyoota Addunyaa garagaraa
Madiinaa Masjiida Qubaa
Maleeziyaa Magaalaa Kuwaalalampuur
Albaaniyaa Magaalaa Tiraana
Kashmiir Magaalaa Katamanduu
Turkiyaa Magaalaa Istaanbuli
Indiyaa Magaalaa Mumbaay
Libiyaa Magaalaa Triipoolii
Indiyaa Magaalaa Niwuu Delhi
Baangilaadiish Magaalaa Dinaajpur
Lubnaan Magaalaa Aman
Madiinaa Masjiida Nabawii
Raashiyaa magaalaa Moskoo
Burkinaafasoo Magaalaa Ouagadougou
Indiyaa
Masri Magaalaa Kaayiroo
Morokoo Magaalaa Salee
masha Allah qophin kessan kan halan nama bonsu fi naama gammachiisuudha jabaadhaitti nuu fufa
Gallatoomaa.
As wr wb dalagaan is in daleydan baay’ee gaarii dha namnii heddun isaa barumsa irra fudhachatiin jira nuu jajabadha sagntaalee fataawa osoo irra dadebitanii dhieeyysitan baay’ee gaarii dha rabbiin isin haa jajabbeessu ws wr wb
As wr wb dalagaan is in daleydan baay’ee gaarii dha namnii heddun isaa barumsa irra fudhachatiin jira nuu jajabadha sagntaalee fataawa osoo irra dadebitanii dhieeyysitan baay’ee gaarii dha rabbiin isin haa jajabbeessu we wr wb
Gaaffii takka isin irraa qaba gaaffin tiyya
Video yeroo adda addaa TV Nuural-hudaa irraatti dabarsitan maalif kallattin you tube irraatti hin maxxansine fknf video waa’ee aqiidaa irratti kutaa 1-3 TV irratti darbe you tube irratti search godhee argachuu hin danddeene
ammallee video ustaaz Baharuddiin barsiise takka yeroo hedduu search godhe dhabe ammaasi video sheeikh Alii Muhaammad/Jimmaa waa’ee salaata naafil ykn salaata sunnaa irratti barsiisan takka you tube irraatti argee jira garuu sagantaalee oduutin walitti qabamee gadi dhiifame mee wantoota akkana kana osoo sirreessitan hedduu natti tola maalif jennaan Jawwaala irraati gadi buufane itti fayyadamuuf akka ta’utti sababni yeroo hunda neetorki bira hin oolu yeroo baay’ee neetorki gahaa
Maash allaah hedduu namatti tola waa hunda dura rabbii Amantti bareedu tana osoo nu hin filatin ofii nuuf file galanni haa gahu Alhamdulillaahi
Ass wr wb sagantaa fi temsaa keessaniitti guddoo gammade. isin cinaa jirraa jabaadhaa. rabniib isin haagargaaru.
#Mashallah jabaadhaa,garuu dataa bayee fudhataa offline gochuuu yaalaa sgantaa garii.
assalmaleykum worahmatullahi wobarakatuhu
qopheessitoota RNH Rabbiin jazaa keeysan Jannata isiniif haa godhu
galtoma TV Nuranhuda nuf jiradha masha alhaa rabbii isinira hajalatu
Galanni keessan guddaadha ummata oromiyaa biratti jabadhaa isin bira jirra
jabaadhaa itti fufaa barnoota gaarii irraa argachaa jirraa
bareda jirtani itti qofa jedha ani