OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Emreets deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 Ityoophiyaa kennuuf walii galtee mallatteessite
Walii galtee kana gama Ityoophiyaatiin ministeer deettaa Ministeera Maallaqaa Obbo Admaasuu Nabbabaa, gama Emreetsin ammoo daayrektara boordii Kalif Fund Huseen Al Noweyisiittu mallatteesse.
Muummichi ministeeraa Dr.Abiy Ahimad deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 gama Kaliif Fundiitiin Ityoophiyaa kennameef mootummaa Emreets galateeffatee jira.
Deeggarsi Maallaqaa Emreets irraa argame kun intarpiraayizoota xixiqqaa fi jiddugaleessaa jabeessuu, akkasumas damee innooveeshinii fi teeknooloojii irratti carraa hujii uumuuf kan oolu tahuu ibsame.
waan majlisaaf kenname seheetiin garmalee gammade ture Wallah. Haata’ugaa mee