Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Hanqina baajataa isa mudateef hawaasni muslimaa biyya keessaa fi biyya alaa jiraatu deeggarsa gaafatee ture. Gaafii deeggarsaa dhihaate simachuun hawaasni Muslimaa biyya keessaafi alaa deegarsa godhaa jirani.
Related Posts
Waldaan Muslimoota Ityoophiyaa Noorweey tti argamus, maallaqa miseensoota isaa irraa walitti qabe Birrii 279,500 deeggarsa godhe.
Horiin deeggarsaa kunis lakkoofsa herrega Baankii Mana Marii Dhimmoota Islaama Ityoophiyaa irratti kan gale tahuu odeeyfannoo ni addeessa.