header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

“‹”‹Baankiin Zamzam Fulbaana dhufu hojii kan jalqabu tahuun ifoome.

Baankiin Zamzam Sirni Faayinaansii Dhala irraa walaba ta’e, biyyaattiitti akka hundeeffamu adda durummaan sochii kan jalqabe tahuun ifa. Baankichi hayyama Baankii Biyyooleessa Ityoophiyaa irraa xumuree gurgurtaa Aksiyoona irra jira.

Baankichi hojjiitti seenuuf kaapitaala isa barbaachisu walitti qabataa kan jiru tahuufi hanga ammaatti kaapitaala hojiitti seenuuf na-barbaachisa jedhe karoorfate irraa 70â„… argachuu ibse.

Fulbaana dhufu 2012 akkuma adda durummaan baankii Islaamaa biyyaatti keessatti hundeessuuf sochii jalqabe, adda durummaan hojii kan jalqabu tahuu ifoomse.

Baankiin Zamzam waggaa 7 dura tajaajila Faayinaansii dhala irraa walaba ta’e biyyaattiitti jalqabuuf sochii jalqabee ture. Haa tahu malee sababaa dhiibbaa mootummaan irratti godhamaa ture hordofuun hojiitti osoo hin seenin hafe.

#Baankii_Zamzam

2 Comments

  1. AA WW application Nuural Hudaa anaaf barsiisa, mana kitaaba,tv.radio wa hundaa yoo jedhe Itti hin baay’atu beekumsa isarra- argadherra ka’ee jzklhu keyran qindeessitoonni Nuuralhudaa

  2. Hojiin Keessan Baay’ee Nama Gammachiisa! Akkasuma Nama Barsiisa! Tvn Keenya Tvn Nhn Umrii Nuuf Haadheeratu Haaluma Kanaan Itti Nuu Fufaa.Jabaadhaa Nullee Jajjabeessaa Jazaan Keessan Jaanatulfirdoowsii Haata’u!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button