header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Gargaaraan Komishinara Komishinii Poolisii Naannoo Amaaraa too’annaa seeraa jala oolfamuu gabaafame

Hogganaan Olaanaan Misooma Damee Komunikeeshinii Odeeffannoo Komishinii Poolisii Naannoo Amaaraa, Komishinar Sa’id Ahmad too’annaa jala oolfamuu, BBC’n nama maatii isaa waliin waliitti dhiheenya qabu wabeeffachuun gabaase.

Sababni gargaaraan Komishnara Sa’id to’atameef qabataman kan hin beekamiin yoo tahu, rakkoo nageenya waxabajjii 15 naannoo Amaaraatti uumamee tureen walqabachuu mala shakkiin jedhu kan jiru tahuu odeeyfannoon kun ni mul’isa.

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button