header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Sagantaan Da’awaa guddaan biyya Keeniyaa Magaalaa Naayiroobiitti geggeeffame

Sagantaan Da’awaa kun Jaarmaya Gaaddisa Islaamaatiin kan qophaa’e yoo ta’u, keeysummoonni biyya irraa fi achuma Keeniyaa irraa irratti afeeraman, akkasumas Hawaasni Muslimaa lakkoofsaan hedduu tahan biyya keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessaa hirmaatanii jiran.

Keysummoota argaman jidduu Sheekh Amiin Ibroom(Oromiyaa irraa), Sheekh Anwar Yusuf(Naayiroobii irraa), Sheekh Tamaam Qaasim, Sheekh Ahmad Muhammad fi keeysummoonni birootis argamuun mataduree garagaraa irratti dhaamsa dabarfatan.

3 Comments

  1. As wr wb mashaaAllaatabaraakallaahii umriidheeraadhaa shekoleen Kenya kanaa biyyaakesaatiifii kanaa biyyaa Abbaadhajirtaanii hundiikesaaniituu nufii jiraadhaa rabbii jechaan siiniijalaadhaa Anaa oliittii Rabbiin sin haajalaatutii

  2. As wr wb mashaaAllaatabaraakallaahii umriidheeraadhaa shekoleen Kenya kanaa biyyaakesaatiifii kanaa biyyaa Abbaadhajirtaanii hundiikesaaniituu nufii jiraadhaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button