header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqi fi Prezdaantiin Somaaliyaa Muhammad Abdullaahii Farmaajoo Goondar Seenan

Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabalatee qondaaltonni mootummaa federaalaa fi naannoo Amaaraa ganama har’aa buufata Xiyyaara Goondaritti argamuun, hoggantoota biyyoota lamaanii simatataniiru.

 

Dr Abiy hoggantoota biyyoota lamaanii waliin dhimmoota diinagdee fi hariiroo biyyoota sadeenii cimsuu  irratti kan mari’atu  tahuu ibsi waajjira ministeera haajaa alaa irraa bahe ni addeessa. Hoggantoonni sadeen  diinagdee gaanfa Afrikaa wal simsiisuu irratti waliin hojjachuuf,  ji’a lama dura Asmaraa keessatti walii galtee mallatteessuun isaanii ni yaadatama.

 

 

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button