header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee Hiriirri guyyaa boruu Addabaabaayi Masqalaatti geggeeffamu kan hin jirre tahuu beeksise

Gareen “BALDIRAAS”jedhee of mooggaase karaa midiyaalee hawaasaatiin, onkololeessa 2,2012 guyyaa boruu magaalaa Finfinneetti hiriira waamuu hordofuun, Komishiniin poolisii magaalaa Finfinnee hiriira nagaa ta’e walgahii guyyaa boruu Addabaabaayi Masqalaatti gaggeeffamuuf karoorfame tokkollee kan quba hin qabne tahuu beeksise.

Itti dabaluunis Komishinichi, odeeyfannoon karaa midiyaalee hawaasaatiin, Hiriira guyyaa boruu magaalaa Finfinneetti geggeeffamu hordofuun Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee daandiiwwan cufaman jiraachuu ibsee jira jedhu, odeeyfannoo dhara tahuu hubatun, ummanni akkuma duraanii sochii isaa akka godhuu qabu ibse.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button