header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooUSA

Ameerikaan qoqqobbii Tuurkiyaa irra keettee turte kaasuu  beeksiste

Duula Tuurkiyaan dhiyeenya kana finciltoota Kuurdi naannoo Kaaba Suuriyaa keessa maandheffatan irratti jalqabdeen wal qabatee, Turkiyaan tarkaanfii humnaa olii fudhataa jirti sababa jedhuun,  Ameerikaan wajjiraalee ministeera Tuurkiya lamaa fi aanga’oota olaanoo sadi irra qoqqobbii kaa’uun isii ni yaadatama.

 

Haata’u malee Ameerikaan torbee dabre Turkiyaa waliin marii geggeessiteen, Turkiyaan duula jalqabde akka dhaabdu, finciltoonni Kurdi ammoo daangaa Turkiyaa irraa akka fagaatan walii galan.  Kanuma hordoofuun finciltoonni Kurdi daangaa Turkiyaa irraa kilomeetra 30 fagaatanii maandheffatuuf murteessuu eega ibsanii booda, bulchiinsi Traamp qoqqobbii Turkiyaa irra kaahee ture guututti kaasuu beeksise.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button