header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Manni Murtii yakka Idil Addunyaa ICC’n Israa’el irratti qorannoo yakka Waraanaa jalqabuuf tahuu ibsame

Hoggantuun abbaa alangaa mana murtii yakka Idil Addunyaa (ICC), yakka waraanaa mootummaan Israa’el Gaazaa fi West Bank keessatti raawwate, ilaalchisee qorannoo yakka kan jalqabdu tahuu beeksiste.
Miss Fatou Bensouda “West Bank, Gaazaa fi magaalaa Alquds gama bahaatti mootummaan Israa’el yakka waraanaa kan raawwataa turee fi ammas raawwataa jiru tahuu ragaan gahaan ni jira”jeette.

Miss Bensouda itti dabaluunis, “Falasxinoonni naannicha keessa jiraatan, manni murtichaa dhimmicha akka ilaalu wan gaafataniif, qorannoo yakka waraanaa kana jalqabuuf hayyamni Abbaa seeraa hin barbaachisu”jeette.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button