Hiriira mormii Juma’aa boru biyya keessaafi alattiis gaggeefamuuf qophiin xumuramuun ibsame
Jum’aa dabre (halkan December 20) naannoo Amaaraatti haleellaan shoorarkeessitootaan Masjidoota 4 irratti raawwatamuun ifa. Gocha badii raawwatame kana, Koreen fala barbaadduu hawaasa Muslimaa Juma’aa boru ummanni Muslimaa biyya keessaafi alaa akka balaaleeffatan waamicha godhuun ni yaadatama.
Kanuma hordofuun biyya keessa magaalota gara garaatti ummanni hiriira mormii kana geggeessuuf qophii isaa xumuruun ibsame.
Hiriira mormii kanaaf magaloota Oromiyaa hedduutti , Hawaasni Muslimaa dhaadannnoowwan gara garaa qopheessuun hiriira kana nagayaan geggeessee xumuruuf qophii tahuu ibsan.
Haaluma wal fakkaatuun lammileen Ityoophiyaa biyyoota Awurooppaa fi Ameerikaa kaabaa jiran hiriira mormii kana geggeessuuf qophii irra jiraatuu odeeyfannoon ni addeessa.
munawara
As Wr Wb waniin ja’u hirira salasa jijire warri ja’u kijiba mo akkami?
As Wr Wb waniin ja’u hirira salasa jijire warri ja’u kijiba mo akkami?
Assalamua aleyekum Warhmatullaahi wabarakaatuh akkam nagaya naaf qabdani hundi keessan qoppesitoota Nural huda duraan durse aduniya fi akiratti isin haa milkeesu milkii biyya lachuu rabbiin isin haa fedhu 😠Aduwwi islaama rabbiin cilee bishaan bute kan diin balleesurratti garagaarame fi kan gargaares insha allah rabbiin nasrii nuuf haa fidu Amin
Assalamua aleyekum Warhmatullaahi wabarakaatuh akkam nagaya naaf qabdani hundi keessan qoppesitoota Nural huda duraan durse aduniya fi akiratti isin haa milkeesu milkii biyya lachuu rabbiin isin haa fedhu 😠Aduwwi islaama rabbiin cilee bishaan bute kan diin balleesurratti garagaarame fi kan gargaares
Assalamu’aleeykum woraahmaatullah wobarakaatuh
Rabbiin Milkii/Nasri nu haa gonfaachiisu iddoo olomaa’otaa, Ustaazoota fi daw’iwwaan teena jiran marattii Rabbiin nagaaha fi rahmaata haa jiraachisuu Rabbiin Adaawi Garaa keenna gubdee tana irraa nu haa olchuu Gubaata isii ijaan nu haa agarsiisuu inshaa’allaah