header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Markazni Ibaadurrahmaan barattoota 80 Hifzii qur’aanaatiin leenjisaa ture eebbisiise

Markazni Ibaadurrahmaan Godina Arsii Lixaa Aaanaa Dodolaa Ganda Sinaana Baaqaatti kan argamu yoo tahu, barattoota 80 Hifzii qur’aanaatiin leenjisaa ture marsaa 5ffatiif kan eebbisiise tahuu odeeyfannoon arganne ni addeessa. Sirna eebbaa kana irrattti hawaasni naannichaa fi keessummoonni affeeraman kan argaman tahuu gabaafame.

Markazni Ibaadurrahmaan kanaan dura waggoota 30 oliif barnoota diinii Islaamaa kan barsiisaa ture yoo tahu, waggoota muraasa as ammoo sadarkaa isaa ol guddisuun barattoota iddoo gara garaa irraa simatee Hifzii qur’aanaatiin leenjisaa jira.

Ibaadurrahmaan

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button