1. Guyyuu ganamaa fi galgala.
2. Torbaanitti Isniinaa fi Kamisa.
3. Waggatti ji’a Sha’baan kana keessa.
Kanaaf ergamaan Rabbii Muhammad(SAW) ganamaafi galgala Zikrii jedha. Isniinaa fi Kamisaas ni Soommana. Ji’a Sha’baan kana keessaas hojiin waggaa guutuu carraaqqataa bahan waan ol fuudhamtuuf Rasuulli Soommanaa ture. Isaanitti hidhannee nulleen guyyoota kanniin Soommanuu qabna.
Yaa Rabbi nuuf laaffisi.
AS WR WB RABBI ISSIN IRRAA HAA JAALATU
As Wr Wb gaafi dajjal yoo bahe akkam gona jkl
As Wr Wb gaafi dajjal yoo bahe akkam gona
As Wr Wb gaafi qaba salaata keessati yoon ture maal qaba
Galatoomaa jzk
jazan keysa jannata ha tahu
Asalamaleku waramatulahi wabarakatuu yani keessani bay.ee baredaa
MaashaAllah Rabiin ol tahe jannatasaatin isin haa qanansiisu
sagantaan keessan haalaan mi,aawa fi barsiisaadha jezakallahu wakayran;
saganta keessan download naaf godhu dide ?
Rabbii isinira ha jalatuu jzk
As wr wb rabbii isiin irra haa jaltu Inshalla umrii dhertu rabbii isiinif haa kennu