header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Jam’aan barattoota Muslimaa magaalaa Balee Gasgaar Abbootii warraa 63 tahaniif deeggarsa godhan

Godina Arsii magaalaa Balee Gasgaaritti Jam’aan barattoota Muslimaa, lammiilee naannoo Soomaalee irraa buqqifamanii aanicha qubsiifaman, abbootii warraa 63 iif deeggarsa miidhaan nyaataa godhan. 
Barattoonni kun “Yeroo ammaa kan ummanni sababa sodaa tatamsaa’a dhibee Vaayiraasii Koroonaa irraan kan ka’e, nyaata bitatte kuusaa jiru kanaatti, namoota bitachuuf humna hin qabneef nutis hanga humna keenyaatti waan dandeenyuun dirqama keenya bahuuf deeggarsa kana goone”jedhan.

9 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button