header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Adaamaatti  Namoonni 5 ajjeefamuu gabaafame

Ajjeefamuu artist Haacaaluu Hundeessaa hordofuun godinaalee Oromiyaa hedduu keessatti mormiin hammatee jira, haaluma kanaan mormii magaalaa Adaamaatti geggeeffameen Namoonni 5 ajjeefamuu BBC’n Hospitaala waliigalaa Adaamaa wabeeffachuun gabaase.

Namoonni kun rasaasaan kan rukutamanii ajjeefaman tahuu fi namoonni 75’n gahan immoo miidhamanii hospitaala kan geeffamanii turan tahus Odeeyfannoon ni addeessa.

Odeeyfannoo biraatiin reefki artist Haacaaluu Hundeessaa gara iddoo dhaloota isaa magaalaa magaalaa Ambootti Hilikooptaraan geeffamu Bulchiinsi mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise.

One Comment

  1. As wr wb qophesitotaa midiyaa nuralhuda jawwar Muhammad malii kessaa akka jiruu nufi barbadaa 😭😭😭 fanaa isaa bu’aa amaana 😭😭😭💯

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button