header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaKoroonaaOdeeyfannoo

Sirni Umraa ji’a 7 booda jalqabame

Mootummaan Sa’uudii sababa weerara dhibee Koroonaa Vaayirasiin Masjidoota kabajamoo lamaan ji’oota torban dabre cuufuun niyaadatama. Haaluma kanaan galgala kaleessaa irraa jalqabee Masjidoota lamaan deebisee baanuu fi akkasumas Sirni umraah ji’oota 7’f ugguramee ture haala waliirraa fageenya hawaasummaa eegaateen namoota biyyattii keessaatti argaman muraasaaf hayyamamuu beeksise.

Haaluma kanaan kaleessa galgala lammileen biyyattii fi biyyoota garagaraa Sa’uudii keessa jiraatan lakkoofsan 6000 tahan argamun sirna Umraa kan raawwataan tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Sirna Umraa October 4,2020
Sirna Umraa October 4,2020

4 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button