header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
IbaadaaOg-Barruu

Namni jechi isaa kan xumuraa “Laa’ilaaha illaa Allaah” tahe milkaahe

Namni jechi/kalaamni isaa kan xumuraa “Laa’ilaaha illaa Allaah” tahe milkaahe

وَعَنْ عُثْمَانَ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ رسول الله (SAW): «Ù…َنْ مَاتَ وَهُوَ يَعْلَمُ أَنَّهُ لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللهُ دَخَلَ الجَنَّةَ» أَخْرَجَهُ مُسْلِمٌ《

Usmaan (ra) irraa akka odeeyfametti, Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan: Namni haqaan gabbaramaan Rabbiin malee akka hin jirre osoo beekuu du’ee jannata seene”
Muslim gabaase

وعَنْ عِتْبَان بْنَ مَالِكٍ قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: ” فَإِنَّ اللَّهَ قَدْ حَرَّمَ عَلَى النَّارِ مَنْ قَالَ: لاَ إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ، يَبْتَØِي بِذَلِكَ وَجْهَ اللَّهِ “

Itbaan bin Malik irraa akka odeeyfametti ammoo Ergamaan Rabbii (SAW) ni Jedhan: “nama fuula Rabbii barbaacha haqaan gabbaramaan Rabbi malee hin jiru jadherratti, Rabbiin ibidda haraam irratti godhe”

وعَنْ أَنَسٍٍ، قَالَ: قَالَ رَسُوْلُ اللهِ《(SAW)》: مَنْ مَاتَ وَهُوَ يَشْهَدُ أَنْ لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللهُ، وَأَنَّ مُحَمَّدًا رَسُولُ اللهِ، صَادِقًا مِنْ قَلْبِهِ، دَخَلَ الْجَنَّةَ.- وفي رواية: مَنْ قَالَ عِنْدَ الْمَوْتِ: لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللهُ، مُخْلِصًا، دَخَلَ الْجَنَّةَ. ( )

Hadiisa Anas (ra) irraa odeeyfame keessattis Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan “namni qalbii dhugaatiin haqaan gabbaramaan Allaah malee hin jiru, Muhammad Ergamaa Allaah ti jadhee haala ragaa bahuun du’e Jannata seene”

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button