OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Sheikh Yuusuf Darasaa gara ganda Aakhiraatti godaanuun dhagayame
Innaa Lillaahi Wa Innaa ileeyhi Raaji’uun!
Hogganaa Majlisa aanaa Malkaa Baalloo kan turan Sheikh Yuusuf Darasaa ykn Sheikh Yuusuf Towhidaa, kaleessa salaata Zuhrii salaatanii gara manatti eegaa deebi’anii booda, dhukkubbii tasa isaan muudateen gara ganda Aakhiraatti godaanuu odeeyfannoon ni addeessa.
Sheikh Yuusuf yeroo lubbuun turan naannawa isaanitti , Masjiidota fi madrasaalee ijaarsisuun akkasumas namoota rakkatan gargaruun beekamu.
Sheikha keenya Rabbiin Jannataan haa qananiisu firaa fi Ahlii isaaniitiifis Rabbiin Sabrii haa keennu.
0992786518
lnna lillahi wainna ileehi raaji’uun rabbi jannataan haa qanansiisuu maati isaani rabbin sobri haa kennufi
innaa lillaah wo innaa ileeyhi Raaji’un
innaa lillaah wo innaa ileeyhi Raaji’un
innaa lillaah wo innaa ileeyhi Raaji’un
Rabbiin worraa jannaata isaan haa taasisuu
Innalilaahi wainna
ileehi raji’uun Rabbiin jannataan haa gammchisu maati isaani Rabbiin jajjabina
haa kennuuf
Innaalillaah Wa’innaa Ileeyihi Raaji’uunRabbiin Jaannataan Isaan Haa Gammachiisu
.إنا لله وإنا اليه راجعون اللهم اغÙر الهمورØÙ…Øوم اللهم اÙØªØ Ù„Ù‡Ù… جنة الÙردوس لأعلى