OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Aalimni biyya keennaa Doktar Jibriil Qamar gara biyyaatti galan
Doktar Jibriil Qamar yeroo dheeraaf biyya Suudan kan jiraataa turan yoo tahan, har’a Khaartuum irraa yeroo gara biyyatti galan, Prezdaantii Majliisa Oromiyaa Sheikh Hajjii Ibraahiim dabalatee ulamootaa fi du’aatota hedduun simatamanii jiru.
Doktar Jibriil miidiyaalee Islaamaa irratti sagantaalee da’awaa fi barnoota Islaamaa kennuun beekaman. Dabalataanis barnoota Digrii sadaffaa (Phd) isaanii Yunivarsiitii beekamaa biyya Suudaan International University of Africa(جامعة Ø¥Ùريقيا العالمية) jedhamutti hordofaa turan. Haaluma kanaan barnoota Usulu al -Sunnaa jedhamuun Digriii Sadaffaa (Doktarummaa) isaanii dhiheenya akka fudhatan gabaasuun keenna ni yaadatama.
1234567
Maashaallaah baga nagaan nuu galan
Waleeykumussalaam woraahmatullaah wobarakaatu
Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Tabaarakallaah
Rabbiin umrii isaani nuuf haa dherressuu Ustaaz keennaa qaroo ija teennaaaaa💚💚💚💚ðŸ‘
As wr wb mashaa Allah
Maaaashaaa Allaaah tabaaarakallaah Allaaahu Akbar Allaaahu Akbar Allaaahu
nuurlhuda
Ahamduulillhi baga Rabbiin nagayaan galchee
Masha Allah Masha Allah Masha Allah 💕 💕 💕
Rabbiin umri isaani nuuf haa dheryssu
Asalamualyikum worhmatulah woobarakatuhu mashaa Allah Baga nagaan nuuf Galan Alhamdulila
mashallah
As wr wt Masha halla Tabark halla Rabbin Bagaa Nagaadhan Nuf galche Alhamdulilla Kan Afe Rabbin Nuf Agalchu Nagaa dha
Assalaamu’aaleykum worahmatullaahi wobarakaatu Maashaa’allah Baga Rabbiin Nagaan gara biyya isaaniitti isaan deebise Alhamdu Lillaahi Rabbil Aalamiin
baga nagaan galan
maashaa Allah