OdeeyfannooUSA
Waajjiraaleen Federaala Ameerikaa Cufaman
Kongirasiin Ameerikaa waldhabbii dhima godaantotaa irratti uumameen bajataa gadi lakkisuuf waliigaluu waan dhabaniif waajjiraaleen mootummaa Federaala Ameerikaa cufaman
KrogerFeedback Gift Card Offerss you free cards
Cufamiinsa waajjiraalee mootummaa kana hordofuun hojjattoonni mootummaa Federaalaa 700,000 ol tahan hujii dhaabaniiru. waajjiraalee dhimma nageenyaa irratti hojjatanii fi waajjira ittisa Ameerikaatiin alatti halkan edaa irraa jalqabee waajjiraaleen hundi kan cufaman tahuu CNN gabaase.