header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Ibaadaa

Soomanni gaachena ta’ee badii irraa nama tiksa

Abaa Hureyraa irraa akka odeeffametti Rasuulli ((SAW)) akkana jedhan : “Rabbiin jabaan ol tahe akkana jedhe: ‘soomni qofti osoo hafuu cufti dalagaa namaa kan isaati. Inni (soomni) kan kooti; Anatu mindaa kaffalaafi. Soomni gaachana. gaafa guyyaan sooma tokkoon keessanii ga’e haasaa ajaa (hamaa) hin haasayin, hin iyyin , wallaalumaan daangaa hin darbin, yoo namni tokko isa arrabse ykn isaan lole ‘nan soomaa jira’ haa jedhu. Isa lubbuun Muhammad harka isaa jirtu natti haa ta’uu ( nan kakadha) fooliin (shurufkaan) afaan nama soomuu Rabbiin biratti guyyaa qiyaamaa foolii miskii irra gaarii dha. Namni soomu gammachuu lama kan gammadu qaba:-yeroo sooma fure, (ifxaara) fixrii isaatti ni gammada, yeroo Rabbii isaa qunname sooma isaatiin gammada.”Ahmad, Muslimii fi Nasa’iitu gabaasan.


عن أبي هريرة أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال: “قال الله عزوجل: كل عمل ابن آدم له إلا الصيام، فإنه لي ØŒ وأنا أجزي به ØŒ والصيام جنة ØŒ فإذا كان يوم صوم أحدكم فلا يرفث ØŒ ولا يصخب ØŒ ولا يجهل ØŒ فإن شاتمه أحد، أو قاتله، فليقل: إني صائم، مرتين، والذي نفس محمد بيده لخلوف فم الصائم، أطيب عند الله يوم القيامة من ريح المسك، وللصائم فرحتان يفرحهما: إذا أفطر فرح بفطره، وإذا لقي ربه فرح بصومه” رواه أحمد، ومسلم، والنسائي

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button