
Jiruu Duniyaa hubachuudhaaf aayatoota sadan armaan gadii sirritti xiinxallaa!
وَمَا هٰذÙه٠الْØÙŽÙŠÙ°ÙˆØ©Ù الدÙّنْيَآ اÙلَّا لَهْوٌ ÙˆÙŽÙ‘Ù„ÙŽØ¹ÙØ¨ÙŒÛ— وَاÙÙ†ÙŽÙ‘ الدَّارَ Ø§Ù„Ù’Ø§Ù°Ø®ÙØ±ÙŽØ©ÙŽ Ù„ÙŽÙ‡ÙÙŠÙŽ الْØÙŽÙŠÙŽÙˆÙŽØ§Ù†ÙÛ˜ لَوْ كَانÙوْا يَعْلَمÙوْنَ
“Jireenyi addunyaa tuni bashannanaa fi tapha malee homaayyu miti. Dhugumatti, Gandi Aakhirah isimatu Jireenya Dhugaati, osoo kan beekan ta’ani!” Suuratu Al-Ankabuut 29:64
مَنْ كَانَ ÙŠÙØ±Ùيْد٠الْØÙŽÙŠÙ°ÙˆØ©ÙŽ Ø§Ù„Ø¯Ùّنْيَا وَزÙيْنَتَهَا Ù†ÙÙˆÙŽÙÙÙ‘ اÙلَيْهÙمْ اَعْمَالَهÙمْ
ÙÙيْهَا ÙˆÙŽÙ‡Ùمْ ÙÙيْهَا لَا ÙŠÙØ¨Ù’خَسÙوْنَ(15 )اÙولٰۤىÙٕكَ الَّذÙيْنَ لَيْسَ Ù„ÙŽÙ‡Ùمْ ÙÙÙ‰ Ø§Ù„Ù’Ø§Ù°Ø®ÙØ±ÙŽØ©Ù اÙلَّا النَّار٠ۖوَØÙŽØ¨ÙØ·ÙŽ مَا صَنَعÙوْا ÙÙيْهَا وَبٰطÙÙ„ÙŒ مَّا كَانÙوْا يَعْمَلÙوْنَ(16)
“Namni jireenya addunyaatii fi faaya isii barbaadu, [firii] hojii isaanii isii keessatti guunnee isaaniif kennina. Isaan isii keessatti hin hir’ifaman. Isaan sun warra Aakhiratti ibidda malee homtu isaaniif hin jirreedha. Wanti isaan isii keessatti dalagaa turan bade, wanti isaan hojjataa turanis gati-dhabeessa.” Suuratu Huud 11:15-16
اَلۡمَال٠وَ الۡبَـنÙÙˆÛ¡Ù†ÙŽ زÙيۡنَة٠الۡØÙŽÙŠÙ°ÙˆØ©Ù الدÙّنۡيَا”‹ Ûš وَالۡبٰقÙÙŠÙ°ØªÙ Ø§Ù„ØµÙ‘Ù°Ù„ÙØÙ°ØªÙ Ø®ÙŽÙŠÛ¡Ø±ÙŒ عÙنۡدَ رَبÙّكَ ثَوَابًا وَّخَيۡرٌ اَمَلًا”( ٤٦)
“Qabeenyi fi ilmaan faaya jireenya addunyaati. Hojiiwwan gaggaarii turaa ta’antu Gooftaa kee biratti mindaadhaan irra caala, ammas abdiidhaan irra caala.” Suuratu Al-Kahf 18:46