header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Tafakkur

Al-Khaaliq:-Rabbii Waan hunda dhabama irraa uume/tolchee argamsiise

Wantoota hundaa kan uumee Rabbii tokkicha. Wantoonni naannoo keenyatti arginu hundi gara Khaaliqaa (Uumaa) akeeku. “Ani mataa kootin of uumuu hin danda’u. Uumaa na uumetu jira.”jechuun gara Gooftaa isaanii akeeku. Dachii fi samiin akkanumatti of argamsiisu ykn uumu hin danda’an. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa ni jedha:

“[Rabbiin] samiiwwan utubaa argitaniin malee uume. Akka [dachiin] isiniin hin sochooneef gaarreen gadi dhaabbatoo dachii keessa kaa’e (gadi dhaabe). Lubbuu qabeenyi hunda irraa isii (dachii) keessa facaase. Bishaanis samii irraa buufnee biqiltoota gosoota gaggaarii hunda isii keessatti magarsine. Kuni uumama Rabbiiti. Kanneen Isaa gadi jiran wanta isaan uuman mee natti agarsiisaa. Dhugumatti, miidhaa-hojjattoonni jallinna ifa galaa keessa jiru.”Suuratu Luqmaan 31:10-11

خَلَقَ السَّمٰوٰتِ بِخَلَقَ السَّمَاوَاتِ بِØَيْرِ عَمَدٍ تَرَوْنَهَا Û– وَأَلْقَىٰ فِي الْأَرْضِ رَوَاسِيَ أَنْ تَمِيدَ بِكُمْ وَبَثَّ فِيهَا مِنْ كُلِّ دَابَّةٍ Ûš وَأَنْزَلْنَا مِنَ السَّمَاءِ مَاءً فَأَنْبَتْنَا فِيهَا مِنْ كُلِّ زَوْجٍ كَرِيمٍ (١٠)هَٰذَا خَلْقُ اللَّهِ فَأَرُونِي مَاذَا خَلَقَ الَّذِينَ مِنْ دُونِهِ Ûš بَلِ الظَّالِمُونَ فِي ضَلَالٍ مُبِينٍ (١١)

“He has created the heavens without any pillars that you see, and has set on the earth firm mountains lest it should shake with you. And He has scattered therein moving creatures of all kinds. And We send down water from the sky, and We cause (plants) of every goodly kind to grow therein in pairs (10) This is the creation of Allah. So, show Me that which those besides Him have created. Nay, the wrongdoers are in plain error (11)”

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button