Waldaan Aksiyoona Baankii Hijraa Gamoo Abbaa Darbii 9 bite Eebbisise
Baankiiwwaan dhalarraa bilisaa biyyatti keessatti hundeeffamuun hojiitti seenuuf sochii irra jiran jidduu tokko kan ta’e, Waldaan Aksiyoona Baankii Hijiraa, gamoo darbii Abbaa 9 kan waajjira muummicha Baankii Hijraa fi daamee guddicha Baankichaatiif magaalaa Finfinnee naannawa Boolee Danbalitti bite guyyaa har’aa Eebbisiise.
Eebba waajjira muummicha Baankiichaa har’a geggeeffame kanarratti, ulamoonni, Qondaaltonni mootummaa fi keessummoonni argamuun gabaafame.
Baankiin Hijraa baankiiwwaan dhala irraa walaabaa biyyattii keessatti hundeeffamuun hojjiitti seenuuf sochii irra jiran jidduu yoo ta’u, ji’a muraasa dura eeyyama gutummaan guutuutti hojii jalqabuuf isa barbaachisu Baankii Biyyoolessa Itoophiyaa irraa argachuun ni yaadatama.
as.wr.wb.akami.jirtaa
mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa rabiin isiinirra haa jaltuu ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ§¡â¤â¤â¤ðŸ§¡ðŸ§¡ðŸ’¯ðŸ’¯ðŸ’¯ðŸ’¯ðŸ’¯ðŸ’¯ðŸ’¯ðŸ’¯ðŸ’¯ðŸ’¯ðŸ’¯
Maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah tabarakala
Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah 💪💪💪💪💪💪💪✊✊✊✊✊✊✊✊✊✊ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ’šðŸ’šðŸ’šðŸ’šðŸ’šðŸ’šðŸ’šðŸ‘
مشاء الله تبارك الله مشاء الله تبارك الله
mashaa Allah mashaa Allah
MaashaaAllah Tabaarakallh Allaahu Akbar wolillaahil Hamduu
ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله مبروك
Maashaa Allah Rabbiin guddan isinirra has jaalatu
Ethiopia
welcome