Sheikh Muhammadsuruur Haaj Bashiir gara ganda aakhiraa godaanan
Innaa Lillaahi Wa Innaa Ileeyhi Raaji’uun
Aalimni biyya keennaa Sheikh Muhammadsuruur Haaj Bashiir Godina Arsii aanaa Roobee Ganda Adamtuu keessatti yeroo dheeraaf ilmii barsiisaa turan. Shekhonni akka Sheikh Shaafii Umar Baalee, Sheikh Suulxaan Ayshuu, Sheikh Abdurrahmaan Bulchaanaa dabalatee, Ulamaan gurguddoon heddu isaan irraa kan baratan tahuu odeeyfannoon arganne ni addeessa.
Sheikh Muhammadsuruur Haaj Bashiir tasa dhukkubsatanii Alhada har’aa gara ganda aakhiraatti kan godaanan yoo tahan, akka odeeyfannoo nu dhaqqabeetti sirni awwaalchaa guyyaa boruu magaalaa Adaamaatti gaggeeffama. Sheikh Muhammadsuruur abbaa ilmaan 18 akka turanis odeeyfannoon ni ibsa.
Sheikha keenna Rabbiin qubsuma isaanii Jannatul Firdowsiin haa taasisu; Maatii, Firoottanii fi hawaasa Muslimaa isaan dhabe maraaf Rabbiin sabrii akka kennu ni kadhanna!
اللهم أغÙر لهم ورØمهم وعاÙيه وع٠عنه ووسع نزولهم ور٠درجاتهم وأسكنه ÙØ³ÙŠØ Ø¬Ù†Ø§ØªÙ‡ وانا لله وإنا إليه راجعون
Inaalilaaha Wa Inaaillekumuu Rajunii
Rabii Warraa Janetulii Firdowusii Ha Qanenisuu
545050
Rabbin janataan has qananisi
73@gmailcome
Rabbi kan Jannataa isaan ha godhu! Shekaa keenyaaf.
rabbiin jaannataan isaan haa qananiisu
Innaalillahi wainnaa ilayhii raaji’uun ya a rabbi ija rahmataan nuuf laali
subana alhaa Rabinii isinii ha rahmatuu🤲🤲ðŸ˜ðŸ˜
ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜inanilahi woina ilahi irajuna Rabbiin Rahmataa isanif hagodhu
اللهم اغÙر لشيخنا الشيخ Ù…Øمد سرور Øاج بشير
Innalilaah wa.innaa illeyhi Raji’uu rabbiin rahamata haa godhuf
inna lillahi wa inah ilahi Raji’uun Yaa ulma’ota kenya Rabbin jennatan isiin ha qananisuu
56
Hunda dura As wr wb jechaa
Ulamaan dhumaa jirtii Rabbi nuuf haa tiksu,keessumaa bara kana ani sodaadhee jira ulamaan dhumtee hansaraan walitti hafe shamnee ajooynee bannaa ifirraa sodaadhe,rabbi qiyaamaa nurratti hin dhaabin,rabbi nama ulamaa dhaalurraa nu haa taasisu jechaa ,
waa’ee majlisa oromia kan finfinnee sana gadi jabeessaa miidiyoota islaamaa jiranii fi miidiyaa oromoon qabdu kamiinuu akka gargaaramu nuuf lallabaa jedha.
galatoomaa
Gara laafaa namaa
nabiyyii rahmataa…
Ibsaa jiruu tiyyaa
booddee anbiyootaa..
Habiibii musxafaa
abbaa feete caaltaa..
Sallallaahu aleeyka
yaa lenjisaa gootaa..
Nama meeqaatu 《ﷺ》jedhe..
Share naaf godha laata ?
Yaa rasuula rabbii
Ergamaa rahmataa
namni qalbiin fayyaa
hunduu si jaallata
salawaata buusu
maalif irranfataa?
Qalbin kiyya yoomuu
Bar isiin yaadata
💖ﷺ💖ﷺ💖ﷺ💖 Rabbin kaan janaataa haa godhuu inshaallaah