header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo Biyyaa

Munshiid Haaj Aloo Kabiir Umar gama ganda Aakiraatti godaanan

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN

Munshiid Haaj Aloo Kabiir Umar dhukkubii yeroo dheeraa irra tureen  gama fuula RABBII deemuun dhagahame.

Haaji Aloon waggaa 37 dura dandeettii ogummaa aartii qabaniin manzumaa ” Ilaahi Ilaahi yaa ilaahii nama hin gannee” jettu qopheessuun aartii islaamaa biyya keenya keessatti dadhabaa turte lafaa kaasuun artistoota muslimaa amma jiraniif fakkeenya tahanii turan.

Guyyaa harraa magaalaa Roobeetti iddoo hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu ta’e argameetti sirni Awwaalcha Isaanii raawwatamuu odeeyfannoo ni addeessa.

RABBIIN isaaniif haa araaramu,hojiilee isaanii gaggaarii hunda irraa qeebalee qubsuma  isaanii kan jannataa haa godhu. Firaa fi fixaa isaaniifis Rabbiin Sabrii haa keennu!

23 Comments

  1. dhabataa keenyaa kan najalaa fulee rabii demanif Rankin kenyaa haramatuu kan jirenyii rabiin Umuurii issanii nuf haa dhiyeesuu Amnii Allahuumamiin Ya Raball Alamiin 🤲🤲🤲👈

  2. Rabbini rammata isani haa godhu
    matini isaanitif firootani ummataa muslimaa maraf jajjabina haawaa 😭
    rabbini jannata fidoosiini isaani haa hiruu ishaallah

  3. innaa illaah wa ilehi raji’un, rabbiin rahmta haa godhuufi jannatul fardoosiin isa haa qananiisu

  4. رحم الله رحمة واسعة واسكنها فسيح جناته وانا لله وإنا إليه راجعون اللهم اغفر له وارحمه

  5. Innalilaahi wainna ileehi raji’uun Rabbiin jannataan haa gammchisu maati isaani Rabbiin jajjabina haa kennuuf

  6. اسلم عليكم ورحمة الله وبركاته
    ina lilahi waina ileyhaa rajun

  7. انا لله وانا اليه راجعون
    Rabbiin rahma haa godhoofii

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button