header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Ibaadaa

“inni Jibriili; amantii keessan isin barsiisuuf isinitti dhufe “

Sahaabaan Guddichi Umar Ibnul Khaxxaab- Rabbiin Dalagaa Isaa gaggaarii irraa haajaalatuu- akkana jechuun gabaase. Guyyaa tokko Ergamaa Rabbii (SAW) bira osoo teenyu namni tokko kan uffatni isaa akkaan addaatu, kan rifeensi mataa isaa akkaan gurraachaa, kan alaamaan ykn malattoon imaltumu womaatuu irraa hin muldhanne, nu keessaa namni tokkolleen kan isa hin beekne tasa nutti seenee, jilbeen isaa jilbeen Nabiyyiitti (SAW) irkisee, ganaalee harka isaa gudeeda ofii irra kaayatee taa’e; Eeganaa yaa Muhammad mee Islaamummaa irraa naaf odeeysi jedheen; Ergamaan Rabbiitis ((SAW)) akkana jedhaniin “Islaama jechuun rabbiin malee gabbaramaan biroo hin jiru Muhammadis Ergamaa Rabbiiti jedhanii ragaa bahuu ; salaata yeroo isaatti salaatuu ; zakaa baasuu; ji’a ramadaan soomuu fi yoo danda’e gara beeytii rabbii deemuun hajjii godhu” jedhaniin. “dhugaa jette jedheen”. Nutis akka nama hin beeknee gaafatee eeganaa akka nama beekuu dhugaa keeti jechuu isaatitti ni ajabne. Itti aansees Iimaana irraa naaf odeeysi jedheen; Nabiyyiinis((SAW)) “Iimaana jechuun Rabbitti, malaa’iktoota isaatti, kitaabboota isaatti, ergamtoota isaatti, guyyaa qiyaamaatii fi qadaritti (toltuu fi hamtulleen rabbi biraa kan dhufe tahuu) amanuu keeti ” jedhaniin; ammas dhugaa keeti jedheen. Ihsaana ykn tola irraa naaf odeeysi jedheen; Nabiyyiinis((SAW)) “akka waan isa agartuutti Rabbii kee gabbaruu keeti; yoo ati isa arguu dhabde inni si argaatii ” jedhaniin; Guyyaan qiyaamaa yoom akka ta’e irraa naaf odeeysi jedheen; Nabiyyiinis((SAW)) “waa’ee kana irraa gaafataan kan gaafatu(gaafatamu) irra beekaa hin taane” jedhaniin. Mallattoo qiyaamaa irraa naaf odeeysi jedheen, Nabiyyiinis((SAW)) “garbittiin gooftaa isii dhaluudha, ammas ummata qullaa deemu, miila qullaas kan deeman, hiyyeeyyii tiksitu re’ee tahantu booda irra qabeenya godhatanii ijaarsa gamootin kan wal dorgoman arguu keeti” jedhaniin. Gaafataan bahee yeroo muraasa eega ture booda Nabiyyiin ((SAW)) “yaa umar gaafataan sun eenyuun akka tahe beektanii ?” Jedhanii nu gaafatan. “Rabbumaa fi rasuulatu beeka “jenneen. “inni Jibriili amantii keessan isin barsiisuuf isinitti dhufe ” nuun jedhan.
Muslimitu_gabaase
_________

Also on the authority of `Umar (ra) who said:

While we were one day sitting with the Messenger of Allah ((SAW)) there appeared before us a man dressed in extremely white clothes and with very black hair. No traces of journeying were visible on him, and none of us knew him. He sat down close by the Prophet ((SAW)) rested his knees against the knees of the Prophet ((SAW)) and placed his palms over his thighs, and said: “O Muhammad! Inform me about Islam.” The Messenger of Allah ((SAW)) replied: “Islam is that you should testify that there is no deity worthy of worship except Allah and that Muhammad is His Messenger ((SAW)), that you should perform salah (ritual prayer), pay the zakah, fast during Ramadan, and perform Hajj (pilgrimage) to the House (the Ka`bah at Makkah), if you can find a way to it (or find the means for making the journey to it).” He said: “You have spoken the truth.” We were astonished at his thus questioning him ((SAW)) and then telling him that he was right, but he went on to say, “Inform me about Iman (faith).” He (the Prophet) answered, “It is that you believe in Allah and His angels and His Books and His Messengers and in the Last Day, and in fate (qadar), both in its good and in its evil aspects.” He said, “You have spoken the truth.” Then he (the man) said, “Inform me about Ihsan.” He (the Prophet) answered, “It is that you should serve Allah as though you could see Him, for though you cannot see Him yet He sees you.” He said, “Inform me about the Hour.” He (the Prophet) said, “About that the one questioned knows no more than the questioner.” So he said, “Well, inform me about its signs.” He said, “They are that the slave-girl will give birth to her mistress and that you will see the barefooted ones, the naked, the destitute, the herdsmen of the sheep (competing with each other) in raising lofty buildings.” Thereupon the man went off. I waited a while, and then he (the Prophet) said, “O `Umar, do you know who that questioner was?” I replied, “Allah and His Messenger know better.” He said, “That was Jibril. He came to teach you your religion.” [Muslim

عَنْ عُمَرَ رَضِيَ اللهُ عَنْهُ أَيْضًا قَالَ: ” بَيْنَمَا نَحْنُ جُلُوسٌ عِنْدَ رَسُولِ اللَّهِ صلى الله عليه Ùˆ سلم ذَاتَ يَوْمٍ، إذْ طَلَعَ عَلَيْنَا رَجُلٌ شَدِيدُ بَيَاضِ الثِّيَابِ، شَدِيدُ سَوَادِ الشَّعْرِ، لَا يُرَى عَلَيْهِ أَثَرُ السَّفَرِ، وَلَا يَعْرِفُهُ مِنَّا أَحَدٌ. حَتَّى جَلَسَ إلَى النَّبِيِّ صلى الله عليه Ùˆ سلم . فَأَسْنَدَ رُكْبَتَيْهِ إلَى رُكْبَتَيْهِ، وَوَضَعَ كَفَّيْهِ عَلَى فَخِذَيْهِ، وَقَالَ: يَا مُحَمَّدُ أَخْبِرْنِي عَنْ الْإِسْلَامِ. فَقَالَ رَسُولُ اللَّهِ صلى الله عليه Ùˆ سلم الْإِسْلَامُ أَنْ تَشْهَدَ أَنْ لَا إلَهَ إلَّا اللَّهُ ÙˆÙŽØ£ÙŽÙ†ÙŽÙ‘ مُحَمَّدًا رَسُولُ اللَّهِ، وَتُقِيمَ الصَّلَاةَ، وَتُؤْتِيَ الزَّكَاةَ، وَتَصُومَ رَمَضَانَ، وَتَحُجَّ الْبَيْتَ إنْ اسْتَطَعْت إلَيْهِ سَبِيلًا. قَالَ: صَدَقْت . فَعَجِبْنَا لَهُ يَسْأَلُهُ وَيُصَدِّقُهُ! قَالَ: فَأَخْبِرْنِي عَنْ الْإِيمَانِ. قَالَ: أَنْ تُؤْمِنَ بِاَللَّهِ وَمَلَائِكَتِهِ وَكُتُبِهِ وَرُسُلِهِ وَالْيَوْمِ الْآخِرِ، وَتُؤْمِنَ بِالْقَدَرِ خَيْرِهِ وَشَرِّهِ. قَالَ: صَدَقْت. قَالَ: فَأَخْبِرْنِي عَنْ الْإِحْسَانِ. قَالَ: أَنْ تَعْبُدَ اللَّهَ كَأَنَّك تَرَاهُ، فَإِنْ لَمْ تَكُنْ تَرَاهُ فَإِنَّهُ يَرَاك. قَالَ: فَأَخْبِرْنِي عَنْ السَّاعَةِ. قَالَ: مَا الْمَسْئُولُ عَنْهَا بِأَعْلَمَ مِنْ السَّائِلِ. قَالَ: فَأَخْبِرْنِي عَنْ أَمَارَاتِهَا؟ قَالَ: أَنْ تَلِدَ الْأَمَةُ رَبَّتَهَا، وَأَنْ تَرَى الْحُفَاةَ الْعُرَاةَ الْعَالَةَ رِعَاءَ الشَّاءِ يَتَطَاوَلُونَ فِي الْبُنْيَانِ. ثُمَّ انْطَلَقَ، فَلَبِثْتُ مَلِيًّا، ثُمَّ قَالَ: يَا عُمَرُ أَتَدْرِي مَنْ السَّائِلُ؟. “«”¬Ù‚ُلْتُ: اللَّهُ وَرَسُولُهُ أَعْلَمُ. قَالَ: فَإِنَّهُ جِبْرِيلُ أَتَاكُمْ يُعَلِّمُكُمْ دِينَكُمْ “. [رَوَاهُ مُسْلِمٌ] .

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button