Baankiiwwaan Islaamaa tajaajila sirna Faayinaansii dhala irraa walaba ta’e Keennuuf biyyatti keessatti hundeeffamaa jiran jidduu, Baankiin Hijraa ji’oota muraasa dura hojii jalqabuu kan beeksisee ture yoo ta’u, guyyaa kaleessaa January 1,2022 damee isaa kan magaalaa Shaashamanneetti maqaa Aalima keenya guddaa Haaji Hasan Gammadaan baane eebbisise.
Related Posts
Sirna eebba baankiichaa guyyaa kaleessaa geggeeffame irratti Haaji Hasan Gammadaa dabalatee, ulamoonni Ustazoonni, akkasumas hundeessitoonni baankiichaa fi keessummoonni birootis argamuun qooda fudhatanii jiru.
