OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
lmaamotaa fi Du’aata Aanaa Dodolaa fi Naannawa isiitiif leenjiin kenname
Leenjiin mana marii dhiimmoota Islaamaa aanaa Dodolaatiin qophaa’e kun, adeemsa da’awaa, haala baruu fi barsiisuu barnoota islaamaa irratti kan xiyyeeffate yoo tahu, imaamotaa fi Du’aata aanaa Dodolaa fi naannawa isiitiif kenname.
Sagantaa kana irratti Aalimmaan, imaammanii fi hoggantoonni mana marii Islamummaaa Godina Arsii lixaa affeeramaniiru.
Keeysummoota sagantaa kana irratti argamuun qooda fudhatan jidduu Sheikh Abdulhakiim Haaj Huseenaa, Sheikh Habiib Huseen, Sheikh Abubakar Haajii, Ustaaz Amaan Guddataa (Abu Uweeysi), Sheikh Gazaalii H/Gahaa, Abdallaa H/Muddee fi kanneen biroos argamaniiru.
Yaa Rabbii hidhama kenaa nuu basii
09061617
Me Waan ijolle Mana Idhaa kana Maalif Califanii