Qormaata Qormaata Qur’aanaa Kutaa 1ffaaAugust 3, 20221 108 Created on August 05, 2022 By nuuralhudaaQormaata Qur'aanaaQormaata Qur'aanaa kutaa tokkoffaa. Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 5Qur'aana keessaa suuraan irra gabaabduun tami? Samad Khawsar Falaq Asr Suuraan irra gabaabduun Suuratul Khawsar jedhamti. Aayaata 3 qofa qabdi. deebisaan gaafii tanaa B taha2 / 5Suuraawwan eega Rasuulli (SAW) hijraa bahanii booda irratti buufaman maal jedhamu? Makkii Hijrii Madanii Muhaajir Suuraan eega Rasuulli Sallallaahu Aleyhi Wasallam hijraa bahanii booda buufamte hundi Suuraa Madanii jedhamti. tan makkatti buufamte ammoo Makkii jedhamti. deebisaan gaafii tanaa C taha3 / 5Qur'aana keessaa suuraan dheertuun tami? Aali Imraan Al-Baqaraah Yaasiin Furqaan Qur'aana Keessaa suuraan dheertuun Suuraa Baqaraati. Suuraan tun Aayaata 286 qabdi. deebisaan gaafii tanaa B taha.4 / 5Aayaanni Qur'aanaa tan jalqabaa baatii kam keessa Rasuularratti buute? Sha'abaan Ramadaan Zulhijjaa Muharram Aayaanni Jalqabaa Baatii Ramadaanaa keessa buute. Deebisaan gaafii kanaa B dha.5 / 5Qur'aanni Suuraa meeqa qaba? 114 112 360 30 Qur'aanni Suuraalee 114 qaba. Deebisaan gaafii tanaa A taha.Your score isThe average score is 71%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I TagsQur'aanaAugust 3, 20221 Share Facebook X WhatsApp Telegram
Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu?yaa warra Nuuralhudaa Rabbiin isinirraa haa jaalatu,garuu gaaffilee nuuf dhiheessitan maalif addaan nu jalaa kuttan?Reply
Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu?yaa warra Nuuralhudaa Rabbiin isinirraa haa jaalatu,garuu gaaffilee nuuf dhiheessitan maalif addaan nu jalaa kuttan?