Qormaata Aqiidaa Kutaa 1ffaa Last updated Aug 5, 2022 206 0 13 Created on August 05, 2022 By NuuralHudaa Aqiidaa Qormaata Aqiidaa kutaa tokkoffaa. Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 5 Rabbi Eessa Jira? A. Bakka hunda zaataan jira B. Samii torban gubbaa Arshii isaa irratti ol tahe C. Rabbi bakka hin qabu D. Hundi sirriidha Rabbiin guddaan Samii torban gubbaa Arshii isaa irratti ol tahee jira. Deebisaan gaafii tanaa B dha 2 / 5 Irra guddoon cubbuu Rabbi biratti maali? A. Zakaa Dhoorkachuu B. Mawliida Godhuu C. Qabrii Awliyaa Ziyaaruu D. Rabbi biratti waan biroo qindeessanii gabbaruu irra caaltuun dilii Rabbiin biratti waan biroo qindeessanii gabbaaruu ykn shirkiidha. deebiin gaafii kanaa D taha 3 / 5 Warri Ahbaash Rabbi eessa Jira jechuu amanan ? A. Ol hin jiru B. Gad hin jiru C. Bakka takkas hin jiru D. Hundi deebiidha Ahbaashonni Aqiidaa addaa qaban. "Rabbiin ol hin jiru, gadis hin jiru, bitaafi mirgas hin jiru, inni bakka malee jiraataadha" jedhan. kun ammoo dogongora guddaadha. Rabbiin Arshii isaa irratti ol tahuu Qur'aana isaa keessatti nuuf himee jira. Maa shaa Allaah, gaafii tana haala gaariin deebiste. Firqaan Ahbaash Aqiidaa addaa qaban. Jarri Rabbiin guddaan dachiifi samii uume eessa jira jedhan? 4 / 5 Murtiin nama fagoo jiruu fi nama du'e kadhachuudhaa maali? A. Ibaadaadha B. Sawaaba Qaba C. Shirkiidha D. Waan Jaalatamaadha E. Deebiin hin jiru Nama fagoo jiru ykn nama du'e kadhachuun shirkiidha. kana jechuun nama fagoo jiru mallaqa kadhachuun shirkiidha jechuu miti. nama fagoo jiru isatu waa naa godha jedhanii osoo inni quba hin qabne isa kadhachuun shirkiidha jechu. 5 / 5 Rabbiin akkamitti nu wajjiin jira? A. Beekumsa isaatiin B. Argaa isaatiin C. Dhageettii isaatiin D. Qaama isaatiin E. D' malee hundi deebiidha Your score is The average score is 65%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I Aqiidaa 0 206 Share