Qormaata Qur’aanaa Kutaa 1ffaa Last updated Aug 5, 2022 166 0 14 Created on August 05, 2022 By NuuralHudaa Qormaata Qur'aanaa Qormaata Qur'aanaa kutaa tokkoffaa. Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 5 Qur’aanni Suuraa meeqa qaba? A. 114 B. 112 C. 360 D. 30 Qur'aanni Suuraalee 114 qaba. Deebisaan gaafii tanaa A taha. 2 / 5 Qur’aana keessaa suuraan dheertuun tami? A. Aali Imraan B. Al-Baqaraah C. Yaasiin D. Furqaan Qur'aana Keessaa suuraan dheertuun Suuraa Baqaraati. Suuraan tun Aayaata 286 qabdi. deebisaan gaafii tanaa B taha. 3 / 5 Aayaanni Qur’aanaa tan jalqabaa baatii kam keessa Rasuularratti buute? A. Sha'abaan B. Ramadaan C. Zulhijjaa D. Muharram Aayaanni Jalqabaa Baatii Ramadaanaa keessa buute. Deebisaan gaafii kanaa B dha. 4 / 5 Qur’aana keessaa suuraan irra gabaabduun tami? A. Samad B. Khawsar C. Falaq D. Asr Suuraan irra gabaabduun Suuratul Khawsar jedhamti. Aayaata 3 qofa qabdi. deebisaan gaafii tanaa B taha 5 / 5 Suuraawwan eega Rasuulli (SAW) hijraa bahanii booda irratti buufaman maal jedhamu? A. Makkii B. Hijrii C. Madanii D. Muhaajir Suuraan eega Rasuulli Sallallaahu Aleyhi Wasallam hijraa bahanii booda buufamte hundi Suuraa Madanii jedhamti. tan makkatti buufamte ammoo Makkii jedhamti. deebisaan gaafii tanaa C taha Your score is The average score is 63%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I Qur'aana 0 166 Share