Qormaata Qormaata Elektiriik iilAugust 26, 202200% 27 votes, 4 avg 161 123456 Created on August 26, 2022 By nuuralhudaa Qormaata Tafakkur- Elektiriik iilGaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 61. Qaama Qurxummii Elektiriik iil keessaa kan anniisaa elektiriikii maddisiisu dhibbentaa meeqa taha? Check Qaama qurxummii kanaa keessaa parsantii 80 kan ta’u, qaama anniisaa Elektiriikaa maddisiisuu danda’uun guutamee jira2 / 62. Namni Jalqaba Qurxummii Elektiriik iil jedhamu argate eenyu? A. Carl Linnaeus B. Alessandro Volta C. Charles Darwin D. Albert Einstein Namni jalqaba Qurxummii Elektiriik iil argate Carl Linnaeus jedhama.3 / 63. Namni Jalqaba baatrii nuti amma fayyadamnu kana hojjate eenyu? A. Robert Hooke B. Isaac Newton C. Carl Linnaeus D. Alessandro Volta Namni Jalqaba baatrii nuti amma fayyadamnu kana hojjate Alessandro Volta jedhama.4 / 64. Qurxummiin Elektiriik iil laggeen Ameerikaa kibbaa keessatti argama. A. Dhuga B. Soba Uumamni kun laggeen biyyoota Ameerikaa kibbaa keessatti argama. Hedduminaanis laggeen Amaazonii fi Orinookoo keessa jiraata.5 / 65. Qurxummiin Elektiriik iil jedhamu inni guddaan hagam ulfaata? Check Qurxummiin kun inni guddaan haga kiilogiraama 20 ulfaata6 / 66. Haadhoon Qurxummii Electiriik iil hanqaaquu haga meeqaa buusti? Check Dhiirri qurxummii kanaa yoo sanyii qopheesse, goojjoo ijaaree dhaltuu afeera. Goojjoo isaa kanas hancufa ofiitiin ijaara. Dhaltuunis goojjoo kana eega seentee booda, hanqaaquu haga 17000 hanqaaqxi. Kana booda dhiirri sanyii isaa hanqaaquu kanarratti dhangalaasa.Your score isThe average score is 59%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!See review Yaada Nuuf Gumaachi! August 26, 20220 Facebook WhatsApp Telegram Share via Email Print