header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Qormaata

Qormaata Seenaa Nabiyyootaa

0%
188
Created on By nuuralhudaa

Nabiyyoota

Qormaata Seenaa Nabiyyootaa

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 5

Category: Nabiyyoota

1. Nabiyyiin hayyama Rabbiitiin nama du'e du'aa kaase kami?

2 / 5

Category: Nabiyyoota

2. Nabiyyoota keessa kan hin dhalatin, garuu kan du'e eenyu?

3 / 5

Category: Nabiyyoota

3. Nabiyyiin Rabbiin afaan Shinbirrootaa fi Bineensotaa barsiise eenyu?

4 / 5

Category: Nabiyyoota

4. Nabiyyiin Maryamiin guddise eenyu?

5 / 5

Category: Nabiyyoota

5. Nabiyyiin Qur'aana keessatti hedduu dubbatame eenyu?

Your score is

The average score is 73%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button