Qormaata Qormaata Seenaa SahaabotaaAugust 18, 202200% 59 votes, 3.1 avg 525 12345 Created on August 18, 2022 By nuuralhudaaQormaata Seenaa SahaabotaaGaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 51. Sahaabaan Al-faaruuq jedhamuun beekkamu eenyu? A. Abu Bakr Siddiiq B. Umar Ibnul Khaxxaab C. Usmaan Ibnu Affaan D. Bilaal Ibnu Rabaah Umar binu Al-kaxxaab maqaa masoo Al-faaruuq jedhamuu beekkama2 / 52. Haadha sabbata lamaa jedhamuun Sahaabaan beekkamtu eenyu? A. Faaximaa Binti Muhammad B. Khadiijjaa Binti Khuwaylid C. Asmaa' Binti Abubakr D. Aaishaa Binti Abubakr Guyyaa Rasuulli (SAW) AbuuBakr wajji hijraa bahan, Asmaa' binti Abuubakr sinqii isaaniif qopheessitee turte. sinqii kanas sabbata isii bakka 2tti dhoostee ittiin hiite. sababaa kanaaf Haadha sabbata Lamaa jedhamte.3 / 53. Sahaabaan Zunnuureeyn Jedhamuun beekkamu eenyu? A. Abuu Hureeyraa B. Hamzaa Ibnu Abdulmuxxalib C. Abdurrahmaan binu Sakhraan D. Usmaan Binu Affaan Usmaan binu Affaan maqaa masoo Zunnuureeyn jedhamuun beekkama. sababni isaas ijoollee Rasuu saw 2 waan fuudheef.4 / 54. Sahaabaan Rasuula (saw) wajjin Xaa'if deeme eenyu? A. Zeyd Binu Haarisaa B. Umar Ibnul Khaxxaab C. Abu bakr Siddiiq Sahaabaan Rasuula (saw) wajjiin gara Xaa’if deeme Zeeyd binu Haarisaa jedhama.5 / 55. Sahaabaan guyyaa lola Khandaq boolla qotaa jedhee yaada kenne eenyu? A. Mu'aaz Binu Jabal B. Zeyd Binu Haarisaa C. Salmaan Al Faarisii D. Khaalid Binu Waliid Sahaabaan guyyaa lola Khandaq boolla qotaa jedhee yaada kenne Salmaan Al FaarisiitiYour score isThe average score is 65%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!See review Yaada Nuuf Gumaachi! TagsSeenaa SahaabotaaAugust 18, 20220 Share Facebook Twitter WhatsApp Telegram