Muummichi ministeeraa Obbo Hayila Maariyam Dassalenyi baniinsa kora kanaa irratti, lammiileen sababa waldhabdee dangaa naannoo Oromiyaa fi Soomalee irraa buqqifaman, iddoo irraa buqqa’anitti akka deebi’aniif hojjatamaa jira jedhe.
Related Posts
Kora kana irratti naannooleen saglaanii fi bulchiinsonni magaalota lamaanii, haala nageenya yeroo amma jiru irratti gabaasa ni dhiyeessu jedhameera