header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaAwrooppaaEeshiyaaOdeeyfannoo

Guyyaa har’aa hemisfeera kaabaatti Aduun gama tokkoon golgolaayte

Odeeyfannoo October 25, 2022

Kusuufni Guyyaa har’aa mudate kun hemisfeera jiddu galeessaa irraa kaasee hanga kaabaatti biyyoota heddutti mul’atee jira. biyyoonni Golgolli aduu itti mul’ate;

 

Stockholm, Sweden

Helsinki, Finland

Tallinn, Estonia

Minsk, Belarus

Kyiv, Kyiv, Ukraine

Moscow, Moscow, Russia

Tbilisi, Georgia

Yerevan, Armenia

Astana, Kazakhstan

Baku, Azerbaijan

Baghdad, Iraq

Tehran, Iran

Ashgabat, Turkmenistan

Tashkent, Uzbekistan

Bishkek, Kyrgyzstan

Almaty, Kazakhstan

Dushanbe, Tajikistan

Kabul, Afghanistan

Islamabad, Pakistan

New Delhi, Delhi, India

Makkah, Saudi Arabia fi Kaaba baha Afrikaa irraa naannoowwan muraasatti Kusuufni Aduu mul’atee jira.

[videopress 0UHOdMoQ]

 

Golgolli (Kusuufni) Aduu kun biyyoota hedduu irra Saa’atii 2 Oliif kan ture yoo tahu,  biyyoonni Islaamaa kanneen akka Sa’uudii Salaatal Kusuuf Salaatanii jiru.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button