
Bulchiinsi magaalaa Buurrayuu lammiilee Oromoo naannoo Soomalee keessaa qabeenya fi qa’ee isaanii irraa buqqifaman deggarsa adda addaaa kan godhaa ture yoo tahu, amma immoo magaalaa Buraayyuutti qubachisuuf gara hojiitti seenuu gabaasni waajira Dhimmoota Komunikeeshiinii Bulchiinsa magaalicha irraa argame ni mul’isa.
Related Posts
Yeroo ammatti ummata kana dhaabbataan qubachisuuf hojjiiwwaan lafa doozariin haxa’uu fi meeshalee ijaarsaa hawaasa irraa waliitti qabuun manneen jireenya ijaruun kan jalqabame tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.
