header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Mootummaan Ityoophiyaa Labsii yeroo muddamaa haaraya labse

Dhaabni biyyattii bulchaa jiru eega Prezdant Haylamaariyaam aangoo lakkisuuf xalayaa galfatee booda, labsii yeroo muddamaa labsuu isaa EBC’n gabaase.

Labsiin Yeroo Muddamaa kun Jimaata kanarraa eegalee hojii irra kan oolu yoo tahu. Yeroo hagam akka turu wanti ifatti ibsame hin jiru. Akka gaazexaan Addis Standard jedhamu ibsetti labsiin yeroo muddamaa kun baatii 3 ““ 6 tura.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button